Home2023June (Page 4)

June 2023

Buqqaatota lixa Oromiyaa (Suuraa: KMNI) Finfinnee, Waxabajjii 23/2023 - Koreen Fannoo Diimaa Idil-addunyaa (ICRC) gabaasa Waxabajjii 22 baaseen, Waldaa Fannoo Diimaa Itoophiyaa (ERCS) waliin ta’uun hojiin gara lixa Oromiyaa fi gara Gujiitti hojjechaa jiru babal’atus, fedhii guddaa kana furuuf qormaanni hedduu isa mudachuu ibseera. Dandeettiin ICRC

Read More

Iddoowwan dhibeen Koleeraa itti argame keessaa tokko kan ta'e gaaddisa buqqaatota godina Booranaa aanaa Dubulluq keessatti argamu. Suuraa: Addis Standard Finfinnee, Waxabajjii 23/2023 – Weerara dhibee Koleeraa gara wagga tokko dhiyaatuuf deemaa jiruun hanga Waxabajjii 20, 2023tti namoonni 11,407 ta’an aanaalee 79 naannoolee Oromiyaa, Kibba Itoophiyaa

Read More

Namootni Ambootti ajjeefaman (Suuraa: Miidiyaa hawaasaa) Geetahun Laggasaatiin Finfinnee, Waxabajjii 22/2023 - Godina Shawaa Lixaa aanaa Amboo ganda Ganjii Goororeetti humnoonni mootummaa himannaa  “Shanee deeggartu” jedhuun namoota afur ajjeesuun lama madeessuu jiraattonni Addis Standarditti himan. Ajjeechaan kun kan raawwatame Wiixata, Waxabajjii 19 yoo ta’u, namnootni ajjeefaman kun

Read More