Home2023June (Page 3)

June 2023

Finfinnee, Waxabajjii 26/2023 - Walitti qabduun Boordii Filannoo Biyyaaleessaa Itoophiyaa Birtukaan Midhagsaa aangoo gadhiiste. Birtukaan fuula miidiyaa hawaasaa ishee irratti akka beeksisteetti, baatii Hagayya dhufu irraa eegalee fedhii isheetiin gita hojii ishee akka gadhiistu ibsteetti. Baatii Muddee bara 2018 irraa eegale walitti qabduu Boordii Filannoo Biyyaaleessaa

Read More

Finfinnee, Waxabajjii 26/2023 - Aanga’oota mootummaa, hoggantoota tika nageenyaa fi namoota dhuunfaa biroo omishaa fi gurgurtaa warqee seeraan alaatti hirmaataniiru jedhe 32 to’annoo jala oolchuu Tajaajila Odeeffannoo fi Nageenya Biyyaalessaa Itoophiyaa beeksise. Namoota to’annoo jala oolan keessaa saddeet aanga’oota mootummaa fi hoggansa caasaa tika mootummaa yoo

Read More

Suuraa: Fuula feesbuukii Kuul Surree irraa Finfinnee – Addisaalam Xibaba ykn Kuul Surreen naannoo Oromiyaa godina Booranaa, bakka warri isaallee keessatti guddatan Areeroo jedhamutti dhalate guddate. Mana barumsaa sadarkaa tokkoffaa fi lammaffaa isaa iddoo dhaloota isaa keessatti barate xumure.  Akkuma mana barumsaa sadarkaa lammaffaa xumureen booda Inistiitiyuutii

Read More