Home2023January

January 2023

Finfinnee, Amajjii 31/2023 - Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Qindeesssaan Gargaarsa Namoomaa (UNOCHA) gabaasa haaraa baaseen weerarri Koleeraa gandoota 66 Naannoo Oromiyaa godinaalee Baalee, Gujii fi Arsii Lixaa aanaalee saddeet, akkasumas naannoo Somaalee godina Liiban aanaalee lama keessa argamanitti babal’achuun buqqaatota 191 fi du’a namoota 28 dabalatee

Read More

Finfinnee Amajjii 31, 2023 - “Sinoodoosiin Oromiyaa fi Sabaa fi Sab-lammootaa” haraa phaaphaasota duree sadii fi ephisqophoosota 25 isaaniin muudamaniin hundaa’e, yeroo phaaphaasonni haaraa muudaman gara Lixa Oromiyaa, iddoowwan ramadamaniitti imalanitti deeggarsaa fi simannaa uummataa “humnaa olii” argachuu beeksise. Dubbi himaa “Sinoodoosiin Oromiyaa fi Sabaa fi

Read More

Suuraa: OBN Afaan Oromoo Finfinnee, Amajjii 30,2023 – Waldaan Aksiyoona Geejjibaa fi Loojistiksii Gadaa Konkolaattota fe’umsaa har’a hojii eegaleera. Sagantaa kana irratti kan argaman Pireezedaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa, akkuma jedhe “Mootummaan Naannoo Oromiyaa dirree diinagdee hunda irratti hojii milkaa'aa hojjechaa jira.’’

Read More