Home2023January (Page 2)

January 2023

Geetaahuun Lagassaa tiin @Birmaduu2 Finfinnee, Amajjii 30,2023 - Hidhattoonni eenyuummaan isaanii adda bahee hin beekamiin hojjattoota warshaa simintoo Daangootee 20 ta’an godina Shawaa Lixaa aanaa Ada’aa Bargaa keessatti Amajjii 26 butuu hojjataa warshichaa kan dhimmichatti dhiyeenya qabu Addis Standard’tti himeera. Akka hojjataan kuni bilbilaan Addis Stand’tti himetti,

Read More

Suuraa: Sinoodoosii Oromiyaa Finfinnee Amajjii 28, 2023 - Phaaphaasonni Ortodoksii sadii fi ephisqophoosotni 25 dhiyeenya muudama fudhatanii sinoodosii haaraa “SInoodosoo Oromiyaa fi Sabaa fi sab-lammootaa jechuun hundeessan murtee qulqulluu sinoodosiin angafaa murteesse kufaa gochuun phaaphaasota 12 irraa aangoo amantaa mulqan. Phaaphaasonni kunneen “seeraan ala muudama ephisqophoosotaa raawwataniiru”

Read More

Ministirri Barnootaa Birhaanuu Naggaa Finfinnee - Barattoota A.L.I bara barnootaa 2014 barnoota kutaa 12 xumuranii qormaata biyyaalessaa seensa Yuunivarsiitii fudhatan 896,520 keessaa kan qabxii dhibbeentaa 50 ol galmeessisan barattoota 29,909 qofa ta’uu Ministeerri Barnootaa beeksise. Ministirri Barnootaa Birhaanuu Naggaa ibsa qabxii qormaataa Kamisa galgala ifa godhameen booda

Read More