Home2023January (Page 5)

January 2023

“Rakkoon amma jiru hiyyummaa daran hammeessee, jireenyaa nama golgoleessaa jira." Finfinnee, Amajjii 21, 2023– Qorannoon haaraan dhaabbati HelpAge International jedhamu Itoophiyaa dabalatee biyyoota addunyaa 10 keessatti, dhiibbaa rakkoo nyaataa, boba’aa fi maallaqaa addunyaa mudate irratti dalageen, sababa rakkoo nyaataa, boba’aa fi maallaqaa amma Itoophiyaa keessa jiruun,

Read More

Suraa: UNICEF Finfinnee Amajjii 21, 2023 - Ministirri misooma UK Andireew Miicheel, UKn lammiilee Itoophiyaa kuma 600 ol “naannoowwan rakkoon nagaa dhabuu keessatti hammaachaa dhufe” keessa jiraatan deeggaruuf kan oolu paawondii miliyoona 16.6 arjoomuu beeksisan. Hawaasni idil-addunyaa “rakkoo namoomaa Itoophiyaa keessatti hammaataa dhuferraa ija akka hin

Read More

Komaandar Alii Saamiree Siigaas Finfiinnee Amajjii 20, 2023 - Walittii bu’iinsa humnoota mootummaa Oromiyaa fi jiraattota naannoo Somaalii kan daangaarra jiraatan gidduutti uumameen namoonni sadii ajjeefamuu fi 12 ta’an madaa’uu jiraattonni naannichaa Addis Standard’itti himaniiru. Akka jiraattonni naannoo Somaalii jedhanitti, walitti bu’iinsi kun kan jalqabe Amajjii 13

Read More