Home2023January (Page 4)

January 2023

Finfinnee, Amajjii 25/2023 - Muudama phaaphaasota 26 “muudama seeraan alaa” jedhamee balaaleffatame Dilbata darbe godina Shawaa Kibba Lixaa, aanaa Soddoo Daaccee, magaalaa Walisoo mana amantaa Ortodoksii Haaroo Ba’aala Waldi jedhamutti raawwatame hordofee Mana Amantaa Ortodoksii Itoophiyaa keessatti rifannaa fi walfalmiin uumameera. Adda durummaa angafa phaaphaasii Mana

Read More

Finfinnee - Magaalaa Finfinneetti gamoon ammayyaa bulchiinsa kutaa magaalaa Lammii Kuraa eebbifamuuf guyyootni hafu abiddaan manca’uu bulchiinsi magaalattii beeksise. Gamoon kun Sambata dhufu eebbifamee tajaajila eegaluuf qophiirra turame. Waajjirri Kantiibaa magaalaa Finfinnee akka beeksisetti gamoon kun tajaajilawwan bulchiinsaa ammayyeessuuf yaadamee teekinoolojiiwwan gurguddoo akkasumas leeccaloo barbaachisaa haala

Read More

Suraa: EVELYN HOCKSTEIN / POOL / AFP) (Photo by EVELYN HOCKSTEIN/POOL/AFP via Getty Images Finfinnee, Amajjii 23, 2023 – Mootummaan Ameerikaa waraana naannoo Oromiyaa keessatti deemaa jirutti yaada deebifachuun, “rakkoon nageenyaa Oromiyaa keessatti itti fufee jiru xumura argachuun barbaachisaa ta’uu” ministirii haajaa alaa US Antonii Biliinkan

Read More