Home2023January (Page 6)

January 2023

Finfinnee Amajjii 20, 2023 – Bulchiinsi Magaalaa Dirree Dhawaa magaalattiin naannolee Somaalee ykn Oromiyaa keessaa tokko jalatti akka hammatamtu murteessuuf riifarandamiin gaggeeffamuu qaba jechuun gabaasa dhiyaate kufaa godhe. Ibsi Biiroon Komunikeeshinii Dirree Dhawaa baase, egeree magaalattii murteessuuf riifarandamii gaggeessuu yaadni jedhu kan dhiyaate miseensa paarlaamaa tokko

Read More

Maammoo Mihiratuu. Suraa: Waajjira Ministira Muummee Finfinnee, Amajjii 20/2023 - Hogganaa dhaabbata invastimantii mootummaa ‘Ethiopian Investment Holdings’ jedhamu, dhaabbata invastimantii bara darbe hundeeffame, kan ture Maammoo Mihiratuu, Yinnaagar Dassee (PhD) bakka bu’uun Bulchaa Baankii Biyyaalessaa Itoophiyaa ta’uun muudameera. Dr. Yinnaagar Dassee Komishinara Komishinii Karoora Biyyaalessaa ta’uun

Read More