Home2023January (Page 13)

January 2023

Finfinnee Amajjii 04, 2023 - Ministeerri Maallaqaa Itiyoophiyaa zayitii nyaataa ummataaf gatii madaalawaa ta’een dhiyeessuuf jecha zayitii nyaataa paalmii liitira 43,37,412 ol Dhaabbata Goolden Afrikaa jedhamu biyya Jabuutii irraa bituu beeksise. Akka Ministeerri Maallaqaa jedhutti, Koorporeeshiniin Hojiilee Daldala Ityoophiyaa fi Intarpiraayiziin Misooma Galteewwan Industirii Ityoophiyaa waliigaltee

Read More

Finfinnee, Amajjii 03/2023 - Raayyaan Ittisa Biyyaa Itoophiyaa garee hidhattoota Waraana Bilisummaa Oromoo [mootummaan Shanee jedhe waamu] Kibba Oromiyaa keessa socho’an balleessuu fi naannicha tasgabbeessuun garee finciltoota kana irratti duula waraanaa milkaa’aa gaggeessaa jiraachuu beeksise. Raayyaan Ittisa Biyyaa ibsa Amajjii 03, 2023 fuula feesbuukii isaarratti baaseen,

Read More

Finfinnee, Amajjii 03/2023 - Mana hidhaa idilee keessaa baafamanii dhabamuun akkasumas manni murtii bilisa erga baaseen booda hidhaamanii turuun naannoo Oromiyaatti baratamaa dhufee jira. Hidhaan seeraan alaa akka kanaa buufatalee poolisii, manneen hidhaa al idilee fi mooraa leenjii waraanaa ykn buufata loltoonni keessa qubatan

Read More