Home2023January (Page 12)

January 2023

Finfinnee, Amajjii 10, 2023 - Atileetii gameettii fi Pireezidantiin Federeeshinii Atileetiksii Itoophiyaa, Deerartuu Tulluu, jila atileetota dhalattoota Tigraay maatii isaanii waliin gargara bahanii turan fi miseensota koree hojii raawwachiiftuu federeeshinichaa dursuun gara Maqaleetti imalte. Akka Federeeshiniin Atileetiksii Itoophiyaa ibsetti jilli kun ganama har'aa karaa balalii Daandii

Read More

Dr Tashoomaa Addunyaa. Suuraa Kominikwwahnii magaala Shaggar Finfinnee Amajjii 09, 2023 - Dhiyeenya Mootummaa Naannoo Oromiyaatiin labsiin kan caaseffame bulchiinsi magaalaa Shaggar ifatti mana maree hundeeffate. Manni Maree magaalichaas yaa’ii isaa hundeeffamaa fi kan jalqabaatiin af’yaa’ii fi kantiibaa dabalatee anga’oota muudee jira. Akka dambii

Read More

Duula daa’imman Itoophiyaa naannoolee hongeedhaan miidhaman keessatti argaman kan beelaan hubaman barbaadanii argachuu fi wal’aanuu Finfinnee, Amajjii 05/2023 - Hongeen hammaataa waggoota dheeraa booda naannoo Oromiyaa godina Booranaatti mudateen hawaasni naannichaa madda jireenyaasaanii kan ta’an loowwan hedduu dhabaniiru. Namoonni kuma dhiibaan lakkaa’aman keessumaa dubartootaa fi daa’imman

Read More