Home2022November

November 2022

Zufaan Urgaa Onkololessa darbe yaadannoo waggaa 100ffaa guyyaa dhalootaa Jeneraal Taaddasaa Birruu sababeeffachuun kitaabni mata dureen isaa ‘Dannaanee hamma Finfineetti’ jedhu seenaa jireenya jeneraal Taaddasaa irratti xiyyeeffate eebbifamuun ni yaadatama. Barreessituun kitaabichaa Zufaan Urgaa dhalattee kan guddatte magaalaa Finfinneetti. Zufaan barreessituu fi hojii dhuunfaa ogummaa maxxansaatiin walqabatu

Read More

Finfinnee, Sadaasa 30,2022 - Gabaasni dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii baase daa’immani naannoo Tigraay tilmaamaan harka 30 ta’an hir’ina midhaan nyaataa hammaataa keessa kan jiran yoo ta’u namoonni miliyoona shanii ol kan ta’animmoo gargaarsa namoomaa isaan hin qaqqabaaa jiru kan barbaachisuun gadii ta’uu addeesseera. Akka gabaasichi jedhetti, naannoon

Read More

Finfinnee, Sadaasa 29/2022- Waajjirri kominikeeshinii Mootummaan Naannoo Oromiyaa ibsa kaleessa miidiyaleef laateen nageenya naannoo Oromiyaa mirkaneessuuf hojii hedduu hojjechaa turuufi keessumaa “humni shororkeessaa Shanee”  karaa nagaatti akka dhufuuf yaalii hedduu akka taasise ibse. Dabaluunis humni kun humna wal dhaga’ee gurmaa’ee deemu waan hin taaneef mootummaan

Read More