Home2022November (Page 4)

November 2022

Finfinnee, Sadaasa 25/2022- Wareegama Artist Usmaayyoo Musaa waggaa 16ffaa sababeeffachuun Dilbata 27/2022 Hoteela Ililliitti sirni yaadannoo kan sagantaalee hedduu of keessa qabu akka gaggeeffamu intalli Artistichaa Saartuu Usmaayyoo Addis Standarditti himte.  Sirni kun eebba CD muuziqaa, eebba Kitaabaa seenaa Usmaayyoo fi sirna badhaasa artistoota wareegamanii kan

Read More

Beekaa Atoomaatiin @bek_boru Finfinnee, Waliigalteen nagaa hin eegamne Mootummaa Federaalaa fi aanga’oota Tigraay gidduutti Afrikaa Kibbaa Piritooriyaatti gaggeeffame yaada wal faallessu keessummeessuun isaa ni yaadatama. Waliigalteen nagaa erga mallattaa’ee as walii galteen kun xiyyeeffannoo dhalattoota Tigraay dabalatee lammiilee Itiyoophiyaa qofa osoo hin taane kan hawaasa addunyaas argateera.

Read More

Finfinee, Sadaasa 24/2022 -  Gandoota 41 aanaalee afur goodina Baalee fi aanaalee naannoo Somaalee lama keessatti namoonni 491 Kooleeran qabamanii  20  du’aniiru. Kana malees namoonnii 555,000 ta’an immoo weerarichaaf kan saaxilaman ta’uu dhaabbata mootummoota gamtoomaniitti qindeesssaan gargaarsa namoomaa (OCHA) Sadaasa 23, 2022 baaseen beeksiseera.  Akka gabaasa

Read More