Oduu: Mootummaan Naannoo Oromiyaafi dhaabbatni UNDP walii galtee yeroo dheeraa waliif mallatteessan
Finfinnee, Hagayya 18/2022- Mootummaan Naannoo Oromiyaa fi dhaabbatni UNDP carraa hojii uumuu, sirna seera fooyyeessuu, nageenya amansiisaa fiduu, misooma qabeenya namaa walii galtee hojii waggoota Afuriif turu kaleessa waliif mallatteessan. Sirna mallattoo booda bakka bu’aan UNDP Turhan Saleh karaa fuula tiwiitera isaa “Pirezidaant Shimelis Abdiisaa waliin