HomeArticles Posted by addisstandard (Page 229)

Author: addisstandard

 Maahlet Faasil tiin Finfinnee, Adoolessa 27/2013-Manni Murtii Olaanaa Federaalaa Lidaataa ramaddii 2ffaa, dhaddachi dhimma shororkeessummaa fi heera mootummaa ilaalu namoota sadii kan ajjeechaa Haacaaluu Hundeessaan shakkamanii dhiyaatan irratti murtee dabarsee jira. Himatamaan jalqabaa Xilaahun Yaamii labsii yakka shororkeessummaa 1176/2012 keeyyata 2/3 jalatti eerameen badii kana dalagee jechuun

Read More

Finfinnee, Adoolessa 01/2021- Hanqina roobaa waqtii arfaasaa mudatee fi bona dheerateen  qonnaan bultoonni Godina Harargee Bahaa fi Harargee Lixaa  hoomisha malee hafaniiru. Kana malees hanqinni rooba arfaasa kun qophii oomishaa waqtii gannaa irratti dhiibbaa akka fidu Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Biiroon Qindeessi Dhimmoota Namoomaa (UNOCHA) beeksise. Yeroo

Read More

Iteenash Abarraa tiin Finfinnee, Waxabajjii 7/2021 -Magaalaan Hawaasa magaalota haawwatoo ta’an keessaa adda dureedha. Hawaannaa magaalittiif bu’uura kan ta’e haroo Hawaasati. Magaalli Hawaasa teessoo mootummaa Naannoo Sabaa fi Sab-lammoota Ummattoota Kibbaa turte fi  amma immoo teessoo mootummaa naannoo Sidaamati. Haroon Hawaasa iddoo bashannanaa waan ta’eef magaalittiif

Read More