HomeOp/Ed

Op/Ed

Dura taa’aa itti aanaa KFO fi xiinxalaa siyaasaa Obbo Jawaar Mohaammad Finfinnee, Bitootessa 11/2023- Jeequmsi keessaa fi alaa Oromiyaa fi Itoophiyaa raasaa jiru dogongora aangoo argame cimsachuuf jecha raawwatameeni jedhe dura taa’aa itti aanaa Koongireesii Feederaalaa Oromoo (KFO) fi xiinxalaan siyaasaa Obbo Jawaar Mohaammad. Barruu fuula 73

Read More

Hizqi’eel Gabbisaatin @egebissa Kitaabni Doonaald Leviin barreesse Greater Ethiopia: The Evolution of a Multinational State jedhamu keessatti, Oromoo fi Amaara akka saboota olaantummaa qaban lama dabaree dabareedhaan Itoophiyaa Guddittii, lafa bal’aa daangaa Itoophiyaa yeroo ammaa waliin wal-qabate bocuutti dhihaatu, akka qaraa turanitti dhiheessa.  Amaarri jaarraa kudha

Read More

Finfinnee, Sadaasa 17/2022 - Ministirri Muummee Abiy koree farra malaammaltummaa biyyoolessaa duula mootummaan malaammaltummaa irratti gaggeessaa jiru qindeessuuf, kanneen qorannoon adda baafaman dabalataan namoota harka keessa qaban adda baasuuf, fi seeratti dhiyeessuuf gargaaru hundeessuu beeksiseera. Hogganaan nageenyaa Tamasgan Xurunaa, Abbaan Alangaa Waliigalaa Geediyoon Ximotiwoos (PhD), Komishinarri

Read More