Ilaalcha: Arfikaa fi Weerara Raashiyaan Yuukireen irratti gaggeessite
Maark N. Kaatiz Ameerikaanifi wahillan ishee Raashiyaan Yuukireen weeraruu ishee balaaleffataniiru. Haata'u malee biyyootni guddachaa jiran keessumaa biyyootni Afrikaa Raashiyaadhaaf marartee guddaa qabu. Sababni biyyoonni Afrikaa fi lammiileen isaanii Raashiyaaf marartee horataniif Gamtaan Sooviyeet duraanii qabsoo biyyootni Afrikaa hedduu gita bittaa Awuroppaa jalaa akkasumas Afrikaan kibbaa