HomeOp/Ed (Page 3)

Op/Ed

Finfinnee, Hagayya 26/2022- Mootummaan  Federaalaa ibsa har'a baaseen jiraattonni Tigraay iddoo  meeshaan waraanaa kuufame, leenjii waraanaa irraa akka fagaatan gorseera. Ibsichi mootummaan nageenyaaf “balbala banaa” ta’us humnoonni Tigiraay haleellaa itti fufanii jiru jechuun himateera.Kanaafuu, mootummaan haalduree tokko malee marii akka taa’u waamichi dhiyeesse akkuma jirutti,

Read More

Finfinnee, Hagayya 24/2022 - Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa ibsa har’a ganama baaseen, waraanni kaabaa ji’oota muraasa darban keessa erga tasgabbaa’ee booda waraana humnoota federaalaa fi Tigraay giddutti adeemsifamu irra deebiin eegaluu isaa mirkaneessee jira. Mootummaan federaalaa waraana deebi'ee eegaluun humnoota Tigraay komate. “Gareen shororkeessaa TPLF filannoo nageenyaa

Read More

Suuraa: UNICEF/Mulugeeta Ayeene Naatinaa’eel Fiixeetiin @NatieFit Finfinnee, Adoolessa 25/2022 - Gaanfa Afrikaatti hongee Onkololeessa 2020 eegaleen yoo xinnaate namoota miliyoona 19.4 miidhamaniiru. Itoophiyaa, Keeniyaa fi Somaaliyaatti namoota miliyoona 18.6 hanqina wabii nyaataa hamaa fi hanqina nyaataa isaan mudateera. Kunis hanga Fulbaanatti miiliyoona 20 gahuu danda’a jedhameera.  Akka

Read More