HomeOp/Ed (Page 2)

Op/Ed

Hizqi’eel Gabbisaatin @egebissa Kitaabni Doonaald Leviin barreesse Greater Ethiopia: The Evolution of a Multinational State jedhamu keessatti, Oromoo fi Amaara akka saboota olaantummaa qaban lama dabaree dabareedhaan Itoophiyaa Guddittii, lafa bal’aa daangaa Itoophiyaa yeroo ammaa waliin wal-qabate bocuutti dhihaatu, akka qaraa turanitti dhiheessa.  Amaarri jaarraa kudha

Read More

Finfinnee, Sadaasa 17/2022 - Ministirri Muummee Abiy koree farra malaammaltummaa biyyoolessaa duula mootummaan malaammaltummaa irratti gaggeessaa jiru qindeessuuf, kanneen qorannoon adda baafaman dabalataan namoota harka keessa qaban adda baasuuf, fi seeratti dhiyeessuuf gargaaru hundeessuu beeksiseera. Hogganaan nageenyaa Tamasgan Xurunaa, Abbaan Alangaa Waliigalaa Geediyoon Ximotiwoos (PhD), Komishinarri

Read More

Finfinnee, Fulbaana 08/2022 - Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Qindeessaa Dhimmoota Namoomaa (UNOCHA) gabaasa haaraa Fulbaana 06, 2022 baaseen rakkoo nageenyaa naannoo Oromiyaa, Godina Horroo Guduruu Wallaggaa fi Wallagga Lixaatti uumameen namootni kuma 155 ol ta’an qe’ee isaanii irraa buqqa’uu beeksise.  Akka UNOCHAn gabaaseetti, sababa rakkoo nageenyaa

Read More