HomeArticles Posted by addisstandard (Page 228)

Author: addisstandard

Finfinnee, Adoolessa 08/2011- Itoophiyaan waajjiraalee dippilomaasii cufuu,  kanneen  hin cufamin  irraammoo hojjattoota hir’isuu maddi dhimma kanaaf dhihoo ta’an Addis Standardiif himan. Tarkaanfiin kun kan fudhatame Muummichi Ministiraa Abiy Ahimad mana maree bakka bu’oota ummaataatiif ibsa yeroo kennu lakkoofsi waajjiralee dippilomaasii hir’achuu akka qabu erga dubbatee

Read More

Mahalet Fasil tiin  Finfinnee, Adoolessa 06/2021- Manni Murtii Olaanaa  Federaalaa  Ramaddii Lidataatti, Dhaddachi Yakka Shororkaafi Dhimmoota Heeraa 1ffa olmaan torbaan darbee irratti himatamtoonni galmee Jawaar irratti himataman Jawaar, Baqqalaa, Hamzaa  fi  Dajanee Xaafaa akka dhiyaatan ajajee ture. Himatamtoonni kunis dhaddacha irratti maaliif akka hin hirmaanne karaa

Read More