HomeArticles Posted by addisstandard (Page 4)

Author: addisstandard

Finfinnee Hag 14, 2023 - Paartileen Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) fi Kongireesii Feederaalaa Oromoo (KFO) haleellaa humnoonni mootummaa godina Shawaa Lixaa keessatti lammiilee nagaarratti raawwataniiru jechuun gochaa kana kan balaaleeffatan ta’uu beeksisaniiru. Ibsa haala yeroo Oromiyaarratti paartiileen kunneen baasaniin,humnoonni mootummaa duula “Qurxummii bal’eesuuf madda bishaanii gogsuu

Read More

Finfinnee Hagayya 12, 2023 - Waliigaltee Itoophiyaa fi Somaaliyaa gidduutti godhame hordofuun gabaan jimaa qonnaanbultoota Keeniyaa gadi bu’aa dhufuu miidiyaan Keeniyaa tokko gabaaseera.   Akkaataa waliigaltee biyyoota lamaa gidduutti raawwatameen, ji’a keessatti guyyaa 10 gabaa jimaa Somaaliyaa addatti akka dhuunfattu Itoophiyaadhaaf eeyyamtee jirti. Akkasumas, Hagayya 11 irraa eegalee Keeniyaan

Read More

Finfinnee, Hagayya 12/2023 - Naannoo Amaaraa Godina Addaa Saba Oromoo magaalaa Kamiseetti namoota Waraana Bilisummaa Oromoo ykn garee hidhattoota mootummaan “Shanee” jedhe waamu deeggaruu fi miseensa ta’uun shakkaman 330 waggaa lama oliif mana hidhaa Kamisee keessatti murtii malee hidhamanii akka argaman VOAn jiraattota wabeeffachuun gabaaseera.   Jiraataa

Read More