Oduu: Mariin nagaa Itoophiyaa Gamtaa Afrikaan dursamu irratti waliigaaltee lola dhaabuurra gahame
Finfinnee, Sadaasa 02, 2022: Gaanfa Afrikaatti ergamaan addaa Gamtaa Afriikaa Oluseeguun Obasaanjoo, wal-waraansa humnoota Tigraay fi mootummaa federaalaa Itoophiyaa jidduutti waggaa lamaaf adeemaa jirutti xumura gochuuf, marii nagaa Gamtaa Afriikaan durfamee Afriikaa Kibbaatti taa’amaa tureen waliigaltee lola dhaabuurra gahamuu himan. Bakka buutonni qaamolee lamaanii Onkoloolessa 25