HomeAfrica (Page 7)

Africa

Finfinnee, Ebla 28/2023 - Muummichi Ministeera Itoophiyaa Abiy Ahmad bilbilaan ajajoota waraanaa waldhabdee Sudaan keessatti qooda qaban waliin rakkoon uumame haala karaa nagaan hiikamuu danda’amu irratti mari'ateera.  MM Abiy barreeffama marsaa Twiitara isaa irratti maxxanseen ajajaa waraana Sudaan Janaraal Abdal Fattaah Al-Burhaan fi ajajaa Humna Deeggarsa

Read More

Finfinnee, Ebla 25/2023 - Waldhabdee Sudaan keessatti mudate ammallee hin tasgaboofne. Waliigalteen dhukaasa dhaabuu yeroo ayyaana Iid al-Fxir irra gahame guutummaatti hojiirra ooluu baatus, miidiyaaleen hedduun naannoowwaa muraasatti tasgabbii akka jiru gabaasaniiru.  Kunis jalqabbii dhukaasa dhaabuu baa’yee daangeffame yoo ta’u, kaleessa jeneraalonni lamaan sa’aatii 72 dabalataaf

Read More

Lammileen Turkii Dilbata darbe magaalaa Kaartumitti biyyaa bahuuf yeroo eegaa jira, Suuraa: Omer Erdem/Anadolu Agency Finfinnee, Ebla 24/2023 - Guyyoota dhuma torban darbe keessa biyyoonni hedduun dippilomaatota fi lammiilee isaanii Sudaan keessaa baasuuf ariifachuun isaanii hubatameera. Miidiyaaleen biyyoota kanaa tattaaffii lammiilee isaanii baafachuuf taasisaa jiran keessatti

Read More