HomeAfrica (Page 8)

Africa

Finifinnee, Onkoloolessa 24/2022-Marii nageenyaa Gamtaa Afrikaatiin hogganamu kan Afrikaa Kibbaatti guyyaa har’aa godhamuuf deemutti hirmaachuuf bakka bu’oonni aanga’oota mootummaa naannoo Tigraay keessaa filaman Afrikaa Kibbaa gahaniiru. Barreeessan haajaa alaa Ameerikaa Antoonii Biliinken pirezidaantii Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoo wajiiin haasa’uun gahee murteessaa nagaa fi tasgabbii Itoophiyaa fi

Read More

Bliinkanii fi Guteerees barbachisummaa waraana dhaabuu fi humnoota Eritraa baasuurratti dubbatan Finfinnee, Onk 21, 2022 - Gamtaa Afrikaatti Manni maree nageenyaa fi tasgabbii haala adeemsa marii nageenyaa Itoophiyaa kan Gamtaa Afrikaatiin hogganamurratti ibsa argachuuf har’a walgahii gochaa jira. Akka Amani Africa gabaasetti, “jaqabarratti, dhimmi Itoophiyaa walgahii korichi

Read More

Finfinnee, Onkololessa 20/2022 - Maalaawwiin kaaba biyyattiitti awwaala jumlaa reeffa namoota 25 godaantoota Itoophiyaa ta’u jedhame shakkaman of keessaa qabu argachuu miidiyaan Maalaawwii Poolisii wabeeffachuun gabaaseera. "Awwaalli Kibxata galgala argame garuu akka namni itti hin dhiyaanne marsinee har'a [Roobii] qotuu jalqabne. Hanga ammaatti reeffa 25 arganneerra,"

Read More