Ministeerri Barnootaa Sagantaa Digrii Jalqabaa Hundaaf Qormaata Bahumsaa Eegaluufi
Bitaa Pirof. Biraanuu Naggaa, Suuraa: Ministeera Barnootaa Finfinnee- Dhaabbilee Barnoota Olaanoo keessatti qulqullina barnootaa fooyyeeuuf Sanagtaalee Barumsa digrii jalqabaa hundaaf qormaata Bahumsaa akka kennuu akka eegalu Ministeerri Barnootaa ibse. Ibsi kun kan kenname marii Pirof. Biraanuu Naggaa, Ministeera Barnootaa fi pirezidaantota Dhaabbilee