HomeSocial Affairs (Page 33)

Social Affairs

Dr Tashoomaa Addunyaa. Suuraa Kominikwwahnii magaala Shaggar Finfinnee Amajjii 09, 2023 - Dhiyeenya Mootummaa Naannoo Oromiyaatiin labsiin kan caaseffame bulchiinsi magaalaa Shaggar ifatti mana maree hundeeffate. Manni Maree magaalichaas yaa’ii isaa hundeeffamaa fi kan jalqabaatiin af’yaa’ii fi kantiibaa dabalatee anga’oota muudee jira. Akka dambii

Read More

Duula daa’imman Itoophiyaa naannoolee hongeedhaan miidhaman keessatti argaman kan beelaan hubaman barbaadanii argachuu fi wal’aanuu Finfinnee, Amajjii 05/2023 - Hongeen hammaataa waggoota dheeraa booda naannoo Oromiyaa godina Booranaatti mudateen hawaasni naannichaa madda jireenyaasaanii kan ta’an loowwan hedduu dhabaniiru. Namoonni kuma dhiibaan lakkaa’aman keessumaa dubartootaa fi daa’imman

Read More

Naatinaa’eel Fiixeetiin @NatieFit Finfinnee, Muddee 30/2022 - Addunyaa irratti namoonni hedduun sababoota adda addaatiin tajaajila fayyaa argachuu dhabuun hamma du’aatti rakkoo guddaa keessa jiraatu. Haalli kun Itoophiyaa dabalatee biyyoota galii gadi aanaa qaban keessatti hammaataadha. Dhukkubsattoonni, keessattuu kanneen baadiyyaa jiran, sababoota hanqina maallaqaa baasii wal’aansa fayyaa

Read More