HomeSocial Affairs (Page 35)

Social Affairs

Amantii Boonjaa Godina Shawaa Bahaa ganda Qilee Dooyyoo jedhamutti dhalatee guddate. Barumsa isaa sadarkaa jalqabaa mana barumsa Qilee Dooyyoo sadarkaa tokkoffaatti barate.  Barnoota isaa sadarkaa lammaffaa mana barumsa Maqiitti barate.  Sana booda Yuunivarsiitii Jimmaatti barnoota fayyaa osoo baratuu DV argatee bara 2015 gara Ameerikaa imale.  Ameerikaa deemee

Read More

Obbo Masfin Xaasawu, Suraa: TOI Finfinnee, Mudde 17/2022 - Daandiin Qilleensaa Itoophiyaa hojii ijaarsaa ismaarti siitii jedhamu barana eegaluuf qophii duraa raawwachaa jiraachuu beeksise. Raawwachiisaan hojii Daandii Qilleensaa Itoophiyaa Obbo Masfin Xaasawu akka ibsanitti, kubbaaniyyichi baay’ina maamiltootasaa dabalaa dhufe ka’umsa godhachuun ijaarsa magaalaa qubata xayyaaraa akka

Read More

Finfinnee, Mudde 16/2022 - Baqattoonni Itoophiyaa biyya Saawud Arabiyaa keessatti haala suukannessaa ta’ee fi gara jabinaan yeroo dheeraaf hidhamanii erga tursiifamanii booda, humnaan gara biyyaa deebifamaa akka jiran gabaasni haaraan dhaabbata mirgoota namoomaaf falmu Amnastii Intarnaashinaal baase akeeke. Baqattoonni kunneen sababa hayyama jireenyaa hin qabneef

Read More