HomeSocial Affairs (Page 28)

Social Affairs

Finfinnee,Hagayya 8/2022- Naannoo Oromiyaatti Beelli Dhoksamee Lubbuu Namaa Galaafataa Jira jedhe Kongireesii Federaalawaa Oromoo (KFO) ibsa Hagayya 6/2022 baasen.  Godinaalee Oromiyaa gara garaatti waqtiin roobaa marsaa afuriif walitti aansee roobni ga’aan argamuu dhabuu isaatiin kan ka’e waggoota sadeen darban keessa hoongee uumameen bu’uura  jireenya Horsiisee Bulaa

Read More

Finfinnee, Hagayya 05/2022 - Walitti bu'iinsa daangaa Naannolee Oromiyaa fi Somaaliyaatti baatii tokko dura uumameen jiraattota Godina Baalee, Aanaa Dalloo Mannaa, Ganda Gurraa Dhaamolee 8,759 qe'ee isaanii irraa buqqa'uu gabaasni haaraa bahe mul'iseera.  Akka Addis Standard Adoolessa 18 gabaasetti, walitti bu'iinsa uumameen "qaamolee hidhatan" naannoo Somaalee

Read More