HomeNews (Page 110)

News

Finfinnee, Muddee 12/2022 - Mootummaan naannoo Benishaangul Gumuz guyyaa Muddee 10 garee hidhattootaa Sochii Bilisummaa Ummata Benishaangul waliin Sudaan Kaartuum keessatti waliigaltee nagaa mallatteessuu beeksise. Gareen hidhattoota dhiyeenya daangaa naannichaatti socho’aa ture kun garee finciltootaa ji’oota lamaan darban keessatti mootummaa naannichaa waliin waliigaltee nagaa mallatteesse isa

Read More

Abuna Maatiyaas Paatriiyaarkii Mana Amantii Ortodooksii Itoophiyaa Finfinnee Mudde 9/2022 - Paatriiyaarkiin Mana Amantii Ortodooksii Itoophiyaa qulqulluummaasaanii Abuna Maatiyaas ajjeechaa garee hidhattootaa fi humnoota mootummaatiin  kutaalee biyyaattii garaagaraa keessatti dhiyeenya kana raawwatame “kan nageenya booressuu fi waldittii kan mufachiiseedha” jechuun balaaleeffatan. Paatriyaarikichi ibsa baaseen, waraanni waggoota lamaaf

Read More

Finfinnee, Mudde 8/2022- Paartiin Koongireesii Federaalawaa Oromoo(KFO)n ibsa har’a baasen yeroo ammaa Oromiyaan waraanaa fi manca’ina siyaasaa waliigalaa ta’e keessa galtee jirti ummata Oromoo fi Oromiyaa dhumaatiirra baraaruuf Paartii Badhaadhinaa fi Mootummaa, Hawaasa Idil Addunyaa, Ummata Oromoo maraaf, Humoota Siyaasaa Oromoo haqaaf qabsaa’an, Beektota Oromoo

Read More