HomeNews (Page 111)

News

Finfinnee, Mudde 8/2022 - Mootummoota gamtoomaniitti gargaarsa idil-addunyaa gargaarsa hatattamaa barnootaaf godhu ‘barnoonni hin turu’ (Education Cannot Wait (ECW)), jedhamuun beekamu gabaasa baaseen Itoophiyaa keessatti daa’imman miliyoona 3.6 ta’an sababa waraanaa,  jijjiirama qilleensaa, beelaa fi buqqa’uutiin barnootaan ala ta’aniiru jedheera. Gaaga’amni kuni akka addunyaatti isa

Read More

Geetahuun Laggasaa  @Birmaduu2 Finfinnee, Mudde 8/2022- Jiraattonni aanaa Giddaa Ayyaanaa fi Kiiramuu godina Wallagga Bahaa haleellaa namoota hedduu galaafate baqatan rakkoo namoomaa hamaa keessa akka jiran jiraataan fi aanga’aan Addis Standarditti himan. Namoonni 30,000 ta’an haleellaa baqatanii magaalaa Giddaa buufatan kunneen Nyaata, Bishaa, Iddoo boqonnaa fi

Read More

Finfinnee, Muddee 07/2022 - Waldaan Haakimoota Oromiyaa (OPA), qaamoleen mootummaa fi miti mootummaa, qooda fudhattoonni fayyaa namoomaa idil-addunyaa fi biyyoolessaa eegumsa fayyaa fi gargaarsa namoomaa naannoo Oromiyaa rakkoo guddaa keessa jiru salphisuuf iddoowwan Oromiyaa waraanaan miidhamaniif xiyyeeffannoo barbaachisu akka kennan waamicha dhiyeesse. Akkaataa xalayaa banaa waldichi

Read More