HomeNews (Page 113)

News

Ristuu Yirdaawu Finfinnee,Mudde 2/2022-  Qondaalonni mootummaa pirezidaantii mootummaa Naannoo Saboota, Sablammootaa fi Ummattoota Kibbaa Ristuu Yirdaawuun hogganaman haala naannoo haaraa ‘Naannoo Giddugaleessa Itoophiyaa’ jedhamu kan godina Guraagee caaseeffama haaraa kana irra deddeebiin mormaa jiru of keessatti hammatu hundeessuurratti Sadaasa 29 magaala Buttaajiraatti marii’ataniiru. Mariicharratti godinoonni Guraagee,

Read More

Finfinnee Mudde 02, 2022 - Boordiin dayireektaroota Fandii Misoomaa Afriikaa sagantaa fooyya’iinsa jiruufi jireenya hawaasa horsiisee bulaa gammoojjii Itoophiyaa keessa jiraataniif kan oolu deeggarsa maallaqaa doolaara miliyoona 13.95 mootummaa Itoophiyaaf kennuuf mirkaneesse. Sagantaan ‘Borana Resilient Water Development for Improved Livelihoods’  jedhamu kun tajaajilawwan bishaanii fi qulqullinaa

Read More

Finfinnee, Mudde 1/2022 - Kooomishiniin marii biyyaaleessa Itoophiyaa gareewwwan qabsoo hidhannoo adeemsisaa jiran hidhannoosaanii hiikkatan malee marichatti hin hirmaatan jedhe. Hogganaan komishinichaa prof. Masfin Araayaa mariin biyyaaleessa ji’a shan yookiin jaha keessatti kan godhamu yoo ta’u gareewwan hidhannoo  hiikkatan qofti maricha irratti kan hirmaatan ta’uu ibsa

Read More