HomeNews (Page 109)

News

Luuglow, buufata buqqaatotaa Kismaayo,SomaaliyaaSuuraa: NRC Finfinnee, Mudde 14/2022- Koreen Baraarsaa Idil-addunyaa (IRC) ibsa baasen biyyoota bara 2023tti rakkoo namoomaa hammaataaf saaxilaman keessaa Somaaliyaa, Itoophiyaa fi Afgaanistaan sadarkaa duraa irra jiru jedhe.Haalli qilleensaa, jeequmsi dinagdee fi walitti bu’insi rakkoo namoomaa addunyaa guutuutti babal’isaa jiras jedhe. Xiinxalli IRC akka

Read More

Suuraa: Rooyitors Finfinnee, Mudde 14/2022- Ergaa jibbaa fi hokkora kakaasan tamsaasuun waraana Itoophiyaa akka babal’atu waan taasiseef dhaabbanni Feesbuuk Meettaan beenyaa biliyoona $2 akka kaffalu gaafatamu BBCn gabaase.  Namoota Meettaarratti himata seeraa banan keessaa Abrahaam ilmi hayyuu Pirofeessar Ma’aarag Amaree erga maxxansaa Facebookiitiin doorsifamee booda ajjeefame isa

Read More

Finfinnee, Mudde 13/2022- Baankiin Misooma Afrikaa Itoophiyaatti pirojektii ji’ooteermaali Tulluu Mooyyeetiif deeggarsa Doolaara miliyoona 10 deebifamuu danda’u raggaasiseera.Pirojeektiin ji’ooteermaaliin Tulluu Mooyyee Itoophiyaatti hojjetamu maallaqa haaraa bifa deeggarsa Doolaara miliyoona 10 deebifamuu danda’uun Fandii Inarjii Itti Fufiinsa Qabu Afrikaaf ta’u irraa argachuuf jira. Deeggarsi  kun sagantaa

Read More