HomeNews (Page 108)

News

Hojjatoota Dhaabbata Fayyaa Addunyaa. Suuraa: WHO Finfinnee, Muddee 16/2022 - Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Qindeesssaan Gargaarsa Namoomaa (UNOCHA) gabaasa haaraa Muddee 14, 2022 baaseen weerarri Koleeraa gandoota 55 aanaalee Baalee 5, aanaa 1 godina Gujii fi naannoo Somaalee godina Liiban aanaalee 2 keessatti babal’achuu beeksiseera. Hanga Muddee

Read More

Teediroos Adhanoom (PhD), Daayirektara Olaanaa Dhaabbata Fayyaa Addunyaa Finfinnee, Mudde 15/2022- Teediroos Adhanoom (PhD), Daayirektarri Olaanaa Dhaabbata Fayyaa Addunyaa (WHO) akka jedhanitti, loltoonni Eertiraa adeera isaanii fi namoota “50 ol” ganda bulchiinsa naannoo Tigraay, keessatti argamu tokko keessatti ajjeesuu isaanii ibsaniiru. Daayirektarri Olaanaan kun

Read More

Finfinnee, Mudde 15/2022 - Walga’ii si’a duraatiif Abiy Ahmadii fi Ministira Haajaa Alaa Ameerikaa Biliinkan fulduratti wal arganii godhan irratti “barbaachisummaa humna Ertiraa hatattamaan baasuurrattii mari’achuun qorattoonni mirga namoomaa gara naannolee waraanaan  miidhamanii akka galan akka eeyyamuuf Ameerikaan mootummaa Itoophiyaa gaafatte. Marichi yaa’ii Ameerikaa fi hoggantoota

Read More