HomeNews (Page 112)

News

Finfinnee, Mudde 6/2022-Haleellaa tibbana Naannoo Oromiyaa, Godina Wallagga Bahaa aanaa Kiiramuu fi Giddaa Ayyaanaa keessatti raawwatame, kan jiraattonni hidhattoota Faannoo naannoo ollaa Amaaraa irraa dhufan haleellicha raawwachuun ittiin himatan lubbuu namoota heddu dhabamsiisuun kumaatama qe’ee irraa buqqiseera. Ajjeechaawwan kunneen Oromoota biratti dheekkamsa ummataa kan uuman yoo

Read More

Buufata Buqqaatotaa DubulluqSuuraa: IOM Finfinnee Mudde 5/2022 - Dhaabbata Mootummoota gamtoomaniitti dhaabbanni Godaansaa Idil-Addunyaa (IOM) jiraattoonni Itoophiyaa keessumaa naannoo Oromiyaa miliyoonaan lakkaawaman rakkoolee hongee hammaataadhaan walqabatanii dhufan hedduuf  saaxilaman jedhe. Jiraattonni miliyoona 10 ol ta’an akka biyyaatti gargaarsa midhaan nyaataa hatattamaa kan barbaadan ta’uu gabaasichi addeesseera. Naannoolee

Read More

Ummata Aanaa Kiiramuu irraa buqqa'eSuuraa: Waajjira Kominikeeshinii Giddaa Finfinnee, Mudde 3/2022 - Naannoo Oromiyaa, Godina Wallagga Bahaa, Aanaa Kiiramuutti haleellaa lama guyyoota muraasa giddu raawwatameen abbaa seeraa mana murtii aanaa Kiiramuu dabalatee lubbuun namoota hedduu darbe. Akka odeeffannoo Addis Standard jiraattota irraa argateetti haleellaawwan kunneen Sadaasa

Read More