HomeNews (Page 104)

News

Finfinnee, Mudde 26 - Jilli sadarkaa olaanaa qondaaltota mootummaa federaalaa Af-yaa’ii Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa Taaggasaa Caafootiin durfamu har’a ganama magaalaa guddoo naannoo Tigraay Maqalee seenuu miidiyaan mootummaa naannichaa gabaase. Jilli kun erga humnoonni Tigraay Waxabajjii 28, 2021 magaalaa Maqalee fi kutaalee Tigraay irra caalaa

Read More

Finfinnee, Mudde 26 – Ogeessonni fayyaa 340 ta’an qacarrii kontiraataan waggaa sadiif erga tajaajilanii booda ministeerri fayyaa hojii irraa nu ari’e jechuun xalayaa komii Waajjira Ministira Muummeef barreessan. Xalayaa ogeessonni kunneen barreessan keessatti, weerara Kovid-19 ittisuuf carraaqqii godhameen ministeerri fayyaa bu'uura kontiraataan isaan qacaree boodarra garuu

Read More

Abbaa gadaa Goobanaa Hoolaa,Suuraa: BBC Geetahun Laggasaatiin @Birmaduu2 Finfinnee, Mudde 23/2022 - Humnoonni nageenyaa mootummaa halkan mana jireenyaa Abbaa gadaa Goobanaa Hoolaa godina Shawaa Bahaa magaala Maqiitti  argamu cabsanii seenuun erga saamanii booda fi ilmasaanii tokko too’annoo jala oolchuu, Abbaan Gadaa Goobanaa Hoolaa Addis Standarditti

Read More