HomeNews (Page 102)

News

Tashitaa Tufaa , Suuraa: Star Tribune Finfinnee, Mudde 31/2022- Jiraataa fi lammiin Ameerikaa Tashitaa Tufaa kalesssa Mudde 30/2022 buufata xiyyaaraa Booletii qabamuu kan eeru ibsi maatiin Tashitaa Addis Standard’f ergan, namni kun hatattamaan akka gadi lakkiifamu waamicha dhiyeesse. Tashitaan nama daldalaa, lammii isaa gargaaruu fi hawaasa

Read More

Finfinnee, Muddee 29/2022 - Lakkoofsi godaantota karaa bahaan Itoophiyaa irraa gara Jibuutii imalan dabalaa akka jiru Dhaabbata Godaantota Idil-addnyaa (IOM) beeksise. Hanga Sadaasa bara 2022tti godaantonni gara Jibuutii seenan 120,136 kan galmeesse yoo ta’u, kunis kan Caamsaa 2022 ture irraa dhibbeentaa 66n dabaleera. Gadaansa kanaafis

Read More

Mana Maree Bakka Bu'oota UmmataaSuuraa: Tiksaa Nagarii/Rooyiters Finfinnee, Mudde 29/2022 - Miseensotni mana maree bakka bu’oota ummataa ammas rakkoon Oromiyaa keessa jiru karaa nagaan akka hiikamu irraa deebiin gaafachuu VOAn gabaaseera.  Mariin pirezidaantii mootummaa naannoo Oromiyaa Shimallis Abdiisaa, ministeerota federaalaa kan naannoo Oromiyaarraa filataman, ogeessota miidiyaa fi

Read More