HomeNews (Page 101)

News

Mahleet Faasil tiin @MahletFasil Finfinnee,Guraandhala 18/2022 –Warshaan Daabboo Shaggar gatii rakasaan osoo addaan hin kutin daabboo jiraattota magaalaa Finfinneetiif  dabboo dhiyeessuuf  ture waggaa tokkoofi ji’a ja’a dura hojii eegale. Haa ta’u malee  warshaan daabboo Shaggar guyyoota torban lamaa as hojii dhaabuu isaatiin jiraattoota galii gadi aanaa

Read More

Bilah Jeeylan tiin  @BilehJelan Finfinnee,Guraandhala 18/2022 - Partiin mormituu naannoo Somalee, Adda Bilisummaa Biyyaalessa Ogaadeen (ABBO) ibsa baaseen,mootummaa naannichaa odeeffannoo dabsuu fi dararaa  hongeen naannicha irraan ga’e gad-xiqqeessani ilaalutiin himateera. “Ajandaa wal qoodinsa Paartii Badhaadhinaa (PP), naannichaa keessatti muudatee ture jijiiruuf, dararaa hongeen qaqqabsiisaa jiru dabalataan, bulchiinsi

Read More

Suuraa: Feesbookii MM Paartiin Badhaadhinaa ibsa har’a baaseen mariin biyyaalessaa uummattotaa Itoophiyaa gidduutti waliigaltee uumuuf karoorfate jedhe.  Paarichi mariin biyyaalessaa waliigaltee uummata fi hayyoota siyaasaa gidduutti uumuf malee qaama manni maree bakka bu’oota uummataa  shororkeessitoota jedhee ramade waliin mari’achuu akka hin taane ibsuu isaa yaadachiise.   Caamsaa 5/2021 manni

Read More