HomeNews (Page 98)

News

Akka ibsa Baankii Siiqee baaseetti, waliigalteen kun kaleessa Amajjii 13 mallattaa’eera. Suura: Baankiin Siinqee Finfinnee, Amajjii 13, 2023 - Baankiin Siinqee fi Oomisha Gabaa Ityoophiyaa sirna kaffaltii oomisha qonnaa ammayyawaa hawaasa biraan gahuuf Waliigaltee Wal-hubannoo mallatteessan. Walii galteen taasifame, qaqqabummaa tajaajila sirna kaffaltii oomisha qonnaa

Read More

Barsiisaa mana barumsaa sadarkaa lammaffaa daree ishee keessatti Finfinnee Amajjii 12, 2023 - Lixa Oromiyaa, Godina Qeellam Wallaggaa Aanaa Laaloo Qileetti, maallaqa mindaa isaanii irraa citu ilaalchisee gaaffii kan kaasan barsiisonni 20 ol poolisiin to’annaa jala oolche. Barsiisonni kunneen torbaan tokkoo oliif buufata poolisii Aanaa Laalootti

Read More

Suuraa irraa kan fudhatame: Waajjirri Kantiibaa magaalaa Finfinnee Finfinnee Amajjii 12, 2023 - Kaabineen bulchiinsa magaalaa Finfinnee kaarikulamii barnootaa haaraa af-daneessa ta’e, kan Afaan Oromoo akka afaan dabalataatti manneen barnootaa hunda keessatti akka barsiifamu godhu raggaasise. Akkaataa Kaarikulamii haaraa kanaatiin Afaan Oromoo manneen barnootaa magaalaa Finfinnee hunda

Read More