HomeNews (Page 99)

News

Finfinnee, Amajjii 11, 2023 - Loltoonni Tigraay meeshaa waraanaa gurguddaa humna raayyaa ittisa biyyaatiif galii kan godhan ta’uu gareen to’attoota Gamtaa Afrikaa ragaa bahus loltoonni Eertiraa fi humnoonni miseensa raayyaa ittisa biyyaa Itoophiyaa hin ta’iin Tigraay keessaa bahuu garuu kan mirkaneesse hin jiru. Gochaan meeshaa waraanaa

Read More

Suuraa Hidhattoonni Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO). Suuraa: Miidiyaa Hawaasaa Geetaahuun Laggasaa @Birmaduu2 tiin Finfinnee, Amajjii 11, 2023 - Hidhattoonni Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) mootummaan “Shanee” jedhee waamu, mana hidhaa godinaa cabsanii seenuun hidhamtoota 480 ol miliqsuu isaanii qondaalli mootummaa fi jiraattonni Addis Standard’tti himan. Qondaalli mootummaas ta’e jiraattonni

Read More

Geetaahun Laggasaatiin @Birmaduu2 Finfinnee, Amajjii 11, 2023 - Daa’ima ganna saddeetii kan ta’e Abrahaam Abbabaa naannoo Piyaasaa iddoo maqaa addaa Araadaa jedhamutti ganama sa’aatii sadii hamma galagala sa’aatii lamaa fi sana boodaa madaala ulfaatinaa cinaa taa’ee ofiisaa wajjiin taphachaa oola. Abrahaam naannoo Sabaa fi Sablammmoota Itoophiyaa goodina

Read More