HomeNews (Page 96)

News

Maammoo Mihiratuu. Suraa: Waajjira Ministira Muummee Finfinnee, Amajjii 20/2023 - Hogganaa dhaabbata invastimantii mootummaa ‘Ethiopian Investment Holdings’ jedhamu, dhaabbata invastimantii bara darbe hundeeffame, kan ture Maammoo Mihiratuu, Yinnaagar Dassee (PhD) bakka bu’uun Bulchaa Baankii Biyyaalessaa Itoophiyaa ta’uun muudameera. Dr. Yinnaagar Dassee Komishinara Komishinii Karoora Biyyaalessaa ta’uun

Read More

Finfinnee, Amajjii 17/2023 - Pirezidaantiin Mana Murtii Waliigalaa Federaalaa Ma’aazaa Ashannaafi fi itti aanaan ishee Solomoon Araddaa Waaqtolaa xalayaa Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataaf barreessaniin fedhii isaaniin aangoo gadhiisan. Yeroo ammaa kanas Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa bakka ministeerota afur Sanbata darbe aangoo isaanii irraa

Read More

Suuraalee poolisiin federaalaa gadhiise keessaa suuraan meeshaalee nageenyaa sobaa adda addaa shakkamtoonni hidhaman itti fayyadamaa turan jedhaman agarsiisu. Suuraa: Poolisii Federaalaa Finfinnee, Amajjii 16/2022 - Miseensota “Faannoo fi Shanee” ayyaanota waggaa waggaan baatii Amajjii keessa hordoftoota amantii Ortodoksiitiin kabajaman keessaa tokko kan ta’e ayyaana Cuuphaa dhufu

Read More