HomeNews (Page 103)

News

Magaalaa Adaamaa, Suuraa: Miidiyaa Hawaasaa Geetahun Laggasaatiin @Birmaduu2 Finfinnee Mudde 28/2022 - Dhoohinsa boombii galgala Muddee 27 goodina Shawaa Bahaa magaala Adaamaa hooteela Hatrick Jaamboo Haawus jedhamuun beekamu keessatti raawwatameen namni tokko du’uu fi torba madaa’uu qajeelchi poolisii magaala Adaamaa Addis Standarditti hime. Miseensi qajeelcha poolisii magalattii Addis

Read More

Utubaa Sibiilaa kufe Suuraa: Humna Elektirikii Itoophiyaa/Miidiyaa Hawaasaa Finfinnee, Mudde 27/2022-  Naannoo Oromiyaa godina Shawaa Bahaatti sararri humnaa ibsaa Qooqaa-Awaash 2-Wanjii akkasumas sarara baabura Itiyoo-Jibuutiif humna ibsaa dhiyeessu Awaash-Malkasa-Walancitii irratti utubaawwan sibiilaa hatamuu fi barbadaa’uu  Dameen Opireeshinii Sarara Dabarsaa fi Buufata Raabsaa Humna Elektirikii Itoophiyaa beeksise.Akka

Read More

Finfinnee, Mudde 27/2022 - Daandiin Qilleensa Itoophiyaa balallii idilee gara Maqalee taasifamu boru Mudde 28/2022 irraa  akka eegalu Hogganaa Olaanan Daandii Qilleensa Itoophiyaa Masfin Xaasoo miidiyaleef himan. Kanaan dura Sadaasa 23/2022  balalliin idilee ni eegalama jedhamus osoo hin eegalin ture.  Masfin jila mootummaa federaalaa magaalaa Maqalee

Read More