HomeNews (Page 106)

News

Hojjettoota hojii malee taa'anSuuraa: Addis Fortune Mollaa Mitikkuutiin @MollaAyenew   Finfinnee, Mudde 21/2022 - Waggoota sadan darbaniif addatti ammoo ji’oota jahan darban keessa  cancalli dhiyeessii simmintoo jeeqamuun namoota jireenyi isaanii daldala simmintoo bu’uura godhate lakkoofsi isaanii guddaa ta’e, gadadoo guddaa keessa galchuun sadarkaa isaan daa’imman isaaniitiif buddeena

Read More

Finfinnee, Muddee 21/2022  - Bakka bu’oonni mootummaa Federaalaa Itoophiyaa fi ajajootni  olaanoon Tigraay dhimma raawwii waliigaltee waraana dhaabuu Itoophiyaa Sadaasa 02 Afrikaa Kibbaa magaalaa Piriitooriyaatti mallattaa’e irratti Keeniyaa magaalaa Kaaran, Giddugala Leenjii Mooranitti mari’achaa jiraachuu sagantaa Addis Standard ilaale ni mul’isa. Walgahiin marii kun jalqaba Muddee

Read More

Finfinnee, Muddee 20/2022 - Mootummaan Noorweey lammiileen biyyattii gara kutaalee Itoophiyaa bal’aa haalli nageenyaa isaanii hin mirkanoofneetti akka hin imalle gorse. Ministeerri Dhimma Alaa Noorweey ibsa Muddee 17 baaseen lammiileen Noorweey gara lixa Oromiyaa fi bakkeewwan birootti akka hin imalle hubachiiseera jechuun SchengenVisaInfo.com gabaaseera. ''Ministeerri Dhimma

Read More