HomeNews (Page 114)

News

Finfinnee, Sadaasa 30,2022 - Gabaasni dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii baase daa’immani naannoo Tigraay tilmaamaan harka 30 ta’an hir’ina midhaan nyaataa hammaataa keessa kan jiran yoo ta’u namoonni miliyoona shanii ol kan ta’animmoo gargaarsa namoomaa isaan hin qaqqabaaa jiru kan barbaachisuun gadii ta’uu addeesseera. Akka gabaasichi jedhetti, naannoon

Read More

Finfinnee, Sadaasa 29/2022- Waajjirri kominikeeshinii Mootummaan Naannoo Oromiyaa ibsa kaleessa miidiyaleef laateen nageenya naannoo Oromiyaa mirkaneessuuf hojii hedduu hojjechaa turuufi keessumaa “humni shororkeessaa Shanee”  karaa nagaatti akka dhufuuf yaalii hedduu akka taasise ibse. Dabaluunis humni kun humna wal dhaga’ee gurmaa’ee deemu waan hin taaneef mootummaan

Read More

Finfinnee, Sadaasa 29/2022 - Dubbi himaan Adda Bilisummaa Ummata Tigraay (ABUT) fi miseensi jila marii nagaa Tigraay Geetaachoo Raddaa humnoonni Tigraay akkaataa waliigaltee nagaa Piriitooriyaa/Naayiroobii irratti waliigalameen hidhannoo hiikkachaa yeroo jiranitti humnoonni Eertiraa daa’immanii fi dubartoota dabalatee namoota nagaa ajjeesuu itti fufaniiru jedhe.  ''Humnoonni Eertiraa ammallee

Read More