HomeNews (Page 118)

News

Saamamee kan manca’ee, kilinika Dabra Abbay Finfinnee, Sadaasa 22/2022 - Sababa waraana kaaba Itoophiyaatti naannoolee Tigraay, Affaariii fi Amaaraa keessatti deemaa tureen dhaabbileen fayyaa barbaada’an suphuuf yookiin bakka buusuuf miliyoona USD1.4 barbaachisa. Akkasumas, naannoo Tigraayirraa ragaan sirrii sassaabuun rakkisaa ta’uus dhaabbileen fayyaa gutumaaguututti hojjachaa jiran harak

Read More

Finfinnee,Sadaasa 21/2022- Naannoon Benishaangul Gumuz dhaabbileen fi intarpiraayizii xixiqqaan naannichatti warqii baasuu irratti bobba’an baankii biyyaalessaa qofatti akka gurguran qajeelfama baase.Pirezidaantiin naannichaa Ashadli Hasan dhaabbati ykn intarpiraayiziin naannichaa keessatti socho’u kamiyyuu oomisha warqee isaa hunda baankii biyyaalessaatti gurguruu akka qabu cimsanii dubbataniiru.Akka waajjirri

Read More

 Oyiruu qonnaa  Abdulnaasir Abdullaahii, Magaalaa Lakkoo Finfinnee, Sadaasa 19/2022- Gabaasni haaraa Mootummoota Gamtoomanii baase rakkoon jijjiirama qilleensaa jiruu fi jireenya qonnaan bultootaa fi horsiise bultoota kaaba bahaa, kibbaa fi kibba baha Itoophiyaa naannoolee Somaalii, Oromiyaa, Affaarii fi Saba fi sablammoota fi ummatoota Itoophiyaa  miliyoona 17tti

Read More