HomeNews (Page 120)

News

Damissoo Moosisaa Finfinnee, Sadaasa 15,2022 - Weellisaa Oromoo Damissoo Moosisaa erga waggaa tokko oliif to’annoo poolisii Oromiyaa jala turee booda bakka buuteensaa kan dhabame yoo ta’u maatiin weellisichaa garuu poolisiin Oromiyaa murtii malee akka ajjeese quba qabaachuu Addis Standarditti (AS) himaniiru. Damissoo Moosisaa humna poolisiin

Read More

Finfinnee, Sadaasa 16/2022 - Naannoo Oromiyaatti weerarri dhibee Busaa, Gifira fi Koleeraa mul’achuu Biiroo Fayyaa Oromiyaa beeksise. Itti Aanaan Hogganaa Biiroo Fayyaa Oromiyaa Abarraa Botoree miidiyaa EBCtti akka himetti dhukkubni Busaa, Gifira fi Koleeraa godinaalee Oromiyaa adda addaa keessatti bifa weeraraan mul’achuu ibsuun hawaasni of

Read More

Finfinnee, Sadaasa 15, 2022 - Mootummaan Itoophiyaa “Shanee” dabalatee qaamota biroo meeshaa waraana hiikkatanii karaa nagaatiin mariidhaaf dhufan kamiyyuu simachuuf qophaa’aa ta’uu MM Abiy Ahimad (PhD) ibse. Abiy kana kan dubbate yaa’ii idilee mana marii bakka bu’oota ummataa 6ffaa guyyaa har’aa godhameerratti gaaffilee miseensota paarlaamaatiin gaafataman

Read More