HomeAfrica (Page 21)

Africa

Maammoo Mihiratuu. Suraa: Waajjira Ministira Muummee Finfinnee, Amajjii 20/2023 - Hogganaa dhaabbata invastimantii mootummaa ‘Ethiopian Investment Holdings’ jedhamu, dhaabbata invastimantii bara darbe hundeeffame, kan ture Maammoo Mihiratuu, Yinnaagar Dassee (PhD) bakka bu’uun Bulchaa Baankii Biyyaalessaa Itoophiyaa ta’uun muudameera. Dr. Yinnaagar Dassee Komishinara Komishinii Karoora Biyyaalessaa ta’uun

Read More

Naannoo Oromiyaa, godina Wallagga Bahaa Aanaa Kiiramuu keessatti haleellaa Faannootiin raawwatame hordofuun lammiilee nagaa buqqa’an. Suuraa: Waajjira Kominikeeshinii Mootummaa Aanaa Giddaa Ayyaanaa Finfinnee, Amajjii 16/2022 - Gareen abukaatummaa Oromoo diyaaspooraa keessatti hundaa’e Waldaan Hoggansa Leegaasii fi Abukaatummaa Oromoo (OLLAA) gabaasa waggaa kan bara 2022 gamaaggame keessatti

Read More