HomeAfrica (Page 17)

Africa

Suuraa: Sinoodoosii Oromiyaa Finfinnee Amajjii 28, 2023 - Phaaphaasonni Ortodoksii sadii fi ephisqophoosotni 25 dhiyeenya muudama fudhatanii sinoodosii haaraa “SInoodosoo Oromiyaa fi Sabaa fi sab-lammootaa jechuun hundeessan murtee qulqulluu sinoodosiin angafaa murteesse kufaa gochuun phaaphaasota 12 irraa aangoo amantaa mulqan. Phaaphaasonni kunneen “seeraan ala muudama ephisqophoosotaa raawwataniiru”

Read More

Ministirri Barnootaa Birhaanuu Naggaa Finfinnee - Barattoota A.L.I bara barnootaa 2014 barnoota kutaa 12 xumuranii qormaata biyyaalessaa seensa Yuunivarsiitii fudhatan 896,520 keessaa kan qabxii dhibbeentaa 50 ol galmeessisan barattoota 29,909 qofa ta’uu Ministeerri Barnootaa beeksise. Ministirri Barnootaa Birhaanuu Naggaa ibsa qabxii qormaataa Kamisa galgala ifa godhameen booda

Read More

Suraa ©Sinoodoosii Oromiyaa Finfinnee, Amajjii 27/2023 - Qulqulluun Sinoodosii Mana Amantaa Ortodoksii Tawaahdoo walga’ii atattamaa kaleessa waaree booda gaggeesseen, Phaaphaasoota Hangafaa sadii kanneen muudama Ephisqophosoota 26 irratti hirmaatan aangoo guutuu kennameef irraa haquuf murtee dabarseera. Murteen maqaa fi aangoo haquun Qulqulluu Sinodoosichi dabarses Ephisqophosoota 26 Angafa

Read More