HomeAfrica (Page 19)

Africa

Finfinnee - Magaalaa Finfinneetti gamoon ammayyaa bulchiinsa kutaa magaalaa Lammii Kuraa eebbifamuuf guyyootni hafu abiddaan manca’uu bulchiinsi magaalattii beeksise. Gamoon kun Sambata dhufu eebbifamee tajaajila eegaluuf qophiirra turame. Waajjirri Kantiibaa magaalaa Finfinnee akka beeksisetti gamoon kun tajaajilawwan bulchiinsaa ammayyeessuuf yaadamee teekinoolojiiwwan gurguddoo akkasumas leeccaloo barbaachisaa haala

Read More

Suraa: EVELYN HOCKSTEIN / POOL / AFP) (Photo by EVELYN HOCKSTEIN/POOL/AFP via Getty Images Finfinnee, Amajjii 23, 2023 – Mootummaan Ameerikaa waraana naannoo Oromiyaa keessatti deemaa jirutti yaada deebifachuun, “rakkoon nageenyaa Oromiyaa keessatti itti fufee jiru xumura argachuun barbaachisaa ta’uu” ministirii haajaa alaa US Antonii Biliinkan

Read More

“Rakkoon amma jiru hiyyummaa daran hammeessee, jireenyaa nama golgoleessaa jira." Finfinnee, Amajjii 21, 2023– Qorannoon haaraan dhaabbati HelpAge International jedhamu Itoophiyaa dabalatee biyyoota addunyaa 10 keessatti, dhiibbaa rakkoo nyaataa, boba’aa fi maallaqaa addunyaa mudate irratti dalageen, sababa rakkoo nyaataa, boba’aa fi maallaqaa amma Itoophiyaa keessa jiruun,

Read More