HomeAfrica (Page 22)

Africa

Suuraalee poolisiin federaalaa gadhiise keessaa suuraan meeshaalee nageenyaa sobaa adda addaa shakkamtoonni hidhaman itti fayyadamaa turan jedhaman agarsiisu. Suuraa: Poolisii Federaalaa Finfinnee, Amajjii 16/2022 - Miseensota “Faannoo fi Shanee” ayyaanota waggaa waggaan baatii Amajjii keessa hordoftoota amantii Ortodoksiitiin kabajaman keessaa tokko kan ta’e ayyaana Cuuphaa dhufu

Read More

Finfinnee, Amajjii 14, 2023 - Kaabineen ministeerotaa guyyaa har’aa iddoo muummichi ministeeraa Abiy Ahmad argamanitti ministeerota afur “kabajaan” gaggeesseera. Akka odeeffannoon biiroo muummicha mi nisteera ifa taasise mul’isutti, kaabineen ministeerotaa ministeerota gaggeeffaman kanneeniif “imalasaanii itti aanuuf milkaa’ina hawweera.” Ministeera geejjibaa fi loojistikii Daagmaawiit Mokonniin, Ministeera albuudaa

Read More

Suuraa dhalataa Itoophiyaa Abu-Albaaraa Al Amaani jedhame TV Puuntlaand irratti maxxanfame Finfinnee, Amajjii 13/2022 - Poolisiin biyya Puuntlaand ibsa baaseen humnoonni nageenyaa Puuntlaand hogganaa garee hidhattoota Daa’ish dhalataa Itoophiyaa kan ta’e Abu-Albaaraa Al Amaani jedhamu duula Amajjii 12 gaggeessaniin ajjeesuu isaanii beeksiseera. Akka gabaasa Televizoona Puuntlaand irraa

Read More