Oduu: UKn lammiilee Itoophiyaa hongee fi waraanaan miidhamaniif paawondii mil. 16.6 arjoomte, hawaasni idil-addunyaa “rakkoo namoomaa Itoophiyaa hammaataa jiru” akka hin daganne dhaamte
Suraa: UNICEF Finfinnee Amajjii 21, 2023 - Ministirri misooma UK Andireew Miicheel, UKn lammiilee Itoophiyaa kuma 600 ol “naannoowwan rakkoon nagaa dhabuu keessatti hammaachaa dhufe” keessa jiraatan deeggaruuf kan oolu paawondii miliyoona 16.6 arjoomuu beeksisan. Hawaasni idil-addunyaa “rakkoo namoomaa Itoophiyaa keessatti hammaataa dhuferraa ija akka hin