HomeAfrica (Page 26)

Africa

Dr Tashoomaa Addunyaa. Suuraa Kominikwwahnii magaala Shaggar Finfinnee Amajjii 09, 2023 - Dhiyeenya Mootummaa Naannoo Oromiyaatiin labsiin kan caaseffame bulchiinsi magaalaa Shaggar ifatti mana maree hundeeffate. Manni Maree magaalichaas yaa’ii isaa hundeeffamaa fi kan jalqabaatiin af’yaa’ii fi kantiibaa dabalatee anga’oota muudee jira. Akka dambii

Read More

Duula daa’imman Itoophiyaa naannoolee hongeedhaan miidhaman keessatti argaman kan beelaan hubaman barbaadanii argachuu fi wal’aanuu Finfinnee, Amajjii 05/2023 - Hongeen hammaataa waggoota dheeraa booda naannoo Oromiyaa godina Booranaatti mudateen hawaasni naannichaa madda jireenyaasaanii kan ta’an loowwan hedduu dhabaniiru. Namoonni kuma dhiibaan lakkaa’aman keessumaa dubartootaa fi daa’imman

Read More

Finfinnee Amajjii 04, 2023 - Ministeerri Maallaqaa Itiyoophiyaa zayitii nyaataa ummataaf gatii madaalawaa ta’een dhiyeessuuf jecha zayitii nyaataa paalmii liitira 43,37,412 ol Dhaabbata Goolden Afrikaa jedhamu biyya Jabuutii irraa bituu beeksise. Akka Ministeerri Maallaqaa jedhutti, Koorporeeshiniin Hojiilee Daldala Ityoophiyaa fi Intarpiraayiziin Misooma Galteewwan Industirii Ityoophiyaa waliigaltee

Read More