HomeAfrica (Page 28)

Africa

Finfinnee, Mudde 26 - Jilli sadarkaa olaanaa qondaaltota mootummaa federaalaa Af-yaa’ii Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa Taaggasaa Caafootiin durfamu har’a ganama magaalaa guddoo naannoo Tigraay Maqalee seenuu miidiyaan mootummaa naannichaa gabaase. Jilli kun erga humnoonni Tigraay Waxabajjii 28, 2021 magaalaa Maqalee fi kutaalee Tigraay irra caalaa

Read More

Finfinnee, Mudde 26 – Ogeessonni fayyaa 340 ta’an qacarrii kontiraataan waggaa sadiif erga tajaajilanii booda ministeerri fayyaa hojii irraa nu ari’e jechuun xalayaa komii Waajjira Ministira Muummeef barreessan. Xalayaa ogeessonni kunneen barreessan keessatti, weerara Kovid-19 ittisuuf carraaqqii godhameen ministeerri fayyaa bu'uura kontiraataan isaan qacaree boodarra garuu

Read More

Finfinnee, Mudde 22/2022- Hedduun keessan kitaaba 'Ganda Beeyladootaa' jedhu asoosama beekamaa Joorji Orweel 'Animal Farm' jedhamurraa Amantii Bonjaatiin Afaan Oromootti hiikame akkamiin argachuu akka dandeessan nu gaafataa jirtu.Gaaffii keessan ka'uumsa gochuun salphaatti kitaaba kana buufattanii dubbisuu akka dandeessan Addis Standard haala mijeessee jira. Buufachuuf ykn 'Download'

Read More